Nama jechuun isa ulaagaa namummaa qofa guute miti. Nama jechuun akka yaada kiristiisitti kan jiraate. Maaree nuti erga nama jedhamnee ,hanga dandeenyu yaada waaqayyoo keessa haa jiraannu.
Category Archives: Uncategorized
Abdii qabaadhu
Namni abdii jiraata. Abdii jechuun waanta harka kee irraa hin jire akka waan harka kee irra gahuuf karaa irraa ykn adeemsa irra jiruutti yaaduudha. Abdiin humna jireenya keetiti. Abdii hin qabdu yoo ta’e kan of harkaa qabduyyuu yeroon booda ni dhabda. Oromoonis kanaaf akkas jedhee mamaaka “Abdataan hin huqatu” jedha. Rabbii abdii namaaf haa kennu.Continue reading “Abdii qabaadhu”