Abdii qabaadhu

Namni abdii jiraata. Abdii jechuun waanta harka kee irraa hin jire akka waan harka kee irra gahuuf karaa irraa ykn adeemsa irra jiruutti yaaduudha. Abdiin humna jireenya keetiti. Abdii hin qabdu yoo ta’e kan of harkaa qabduyyuu yeroon booda ni dhabda. Oromoonis kanaaf akkas jedhee mamaaka “Abdataan hin huqatu” jedha. Rabbii abdii namaaf haa kennu. Ameen

Design a site like this with WordPress.com
Get started